Bulchaa Bulchiinsa Magaalaa Aggaaroo kan ta'an obbo Naziimu Huseen kan jedhaman baruumsa idilee jechuun qube kan hin baranne fi goggogaa nama hin dhageenye. Aada fi Safuu ummata Oromoo Aanaa Gommaa kan hin beekne ta'uusa namoonni fi manguddoolen magaalicha ni qeequun. Ogeessa fi qeerroo walitti qabe arrabsoo afeerun gaggessun kan koomatamudha. Kun immoo nama hin baranne waan ta'ef jijjirama jiru keessumessu hin danda'u kanaafuu, bulchaa kana Hoggansii haromsaa Oromiyaa gubbaa jirtan bulchaa kana yookiin ofitti kutuu yoo hin danda'amu leenjii haromsaa kutaa tokko hanga barumsaa ol'aanootti fudhatu gochuu qabdu.
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች
ታዋቂ ልጥፎች
- አገናኝ አግኝ
- ፌስቡክ
- X
- ኢሜይል
- ሌሎች መተግበሪያዎች



አስተያየቶች